የአባቴን  ልጆች  በህይወት የጠሁ ነኝ ዶክተር  አብይ ደርሶልኛል ኢሰየሲ  አፈወርቂ  ይደርስልኝ ይሁን?

ይህ  ፎቶ  የአባቴ  አብዶ  ጎበና  ነው ።አባቴ የተወለዱት በኦሮሚያ ክልል  አርስ ክ/ሀገር ድገሉ ና ጥጆ ወራዳ ጥሎ ቀበሌ  ነው ።አባቴ በ1970 ዓመት  ምህረት  የደርግን  ጦርነት ተቀላቀለ  በዚህ  ጊዜ  አባቴ ከአንድ ከኤርትራዊ ሴት  ልጆች እንደገኛ እናቴ ነግረውኛል ።እኔ ከዚህ ወንድም እህትም የለኝም ምናልባት አለህ እርቁን  ከወረደ እኔም እህትና ወንድም  ከመሞቴ በፊት  አገኘሁ  ማለት  ነዉ።ይህን አለህ ዉስጤን አይቶ ከዶክተር  አብይ በኩል መልስ አግቻለሁ አሁን  ኢሰየስን አለህ ሆዱን  ቅን  አሰብ ሆኖ እርቅ የሚየመጠና እኔንም ክንፍ  የሌላት እርግብ የሆንኩትን ክንፈ  የለት እርግብ እንደምሆን አለህን እማፀነለሁ።kan suuraa irrati gartaan kun abba kiyya yoo ta’u abbaan kiyyas Abdoo Goobana jedhaama,iddoon dhaloota isaa naanno oromiyaa godina arsii aanaa d/xiijoo keessa abbaan kiyya miseensa oomaa woraana dargii yoo ta’u yeroo san gaanta 14 keessati osoo hojjacha jiru dubaraa ertiriyaa tokko fuudhe ijoolle dhiira akka irra argaate haati too naaf ibsiite jirti ani isaan abbaan kiyya kara birooti ykn ertiraa tana irra argateera naan jedhaan tana malee obboolewaan dhiiraatif dubaraalle hinqabu,kanaaf anis osoo hindu’iin obboolewaan waan argaadhu natti fakkaata inni kun gama Dr Abiyyitiin deebii argadhee rabbiin kiyya naaf dhagayeera.yoo isaayas araara kana akii fudhaate anis allaati koola malee turteerra kara allaatti koolaan baraaru dandeetteeti deebi’eera jechuudha.kana ammoo rabbiin akka naaf taasisu rabbii kiyya naaf kadha.kan akka ana obboleewan hinqabne heddutu jira rabbiin ibboleewwan keennaan wol nuhaaqunnamsiisu.

Advertisements

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

w

Connecting to %s

%d bloggers like this:
search previous next tag category expand menu location phone mail time cart zoom edit close