dhimma aangoo fedhiidhan gadi lakkisu.

Abbaa duula gammada aangoo fedhii isaanitin gadi lakkisuudhaf xalayaa galfatanii jiraan jechuudhan wiirtuun miidiya adda adda ibsa godhaa jiraan.dhugaama quuqama ummata oromootif qabaan ibsuudhaf moo?dhimma dantaa birootu keessa jira?akkuma woli galaatitti mee waan itti fufuu ilaalla.